Mark 10:43 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin oddu'uutti ammoo akkas hin te'u; eennulle isin keessaa nama guddaa te'iisaaf ka barbaadu, tajaajilaa keessan te'uu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taatule isani akasiiniti, ammo ka isani keesa gudda tahu fed'u, hojattu tahu male;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Taatuulle isan akkasiniti, ammoo ka isan keessaa guddaa ta'uu fedhuu, hojjataa keessan ta'uu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin biratti akkanaa miti; haa ta'uu ammo eennullee isin keessaa ka nama guddaa ta'uu barbaadu hojjataa nama maraa haa ta'uu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin biratti akkanaa miti; haata'uu ammoo eennullee isin keessaa nama guddaa ta'uu ka barbaadu, hojjataa nama maraa haa ta'uu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
isin biratti garuu akkana ta'uu hin malu, isin jiddu'uu guddaa ta'uu ka barbaadu, tajaajilaa keessan ta'uu ni qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin oddu'utti ammoo akkas hin te'u; eennulle isin keessaa nama guddaa te'iisaaf ka barbaadu, tajaajilaa keessan te'uu ti.