Mark 10:47 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni Yesuus nama biyya Naaziretii akka te'e yennaa dhage'e, “Yesuus! Ilma Daawwitii anaaf nayi!” jedhee iyye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni, Yesoni ka Nazareti ya d'ufe jed'ani d'agaye, iye waan jed'e, Yeso, Ilma Daudi, naa nahi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii, Yesus akka innii nama biyya Naazireeti dhagenaani iyyee, “Yesus! Ilma Daawitii, naa naa'ii” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Yesuus nama biyya Naazireetii akka ta'e hennaa dhagaye, «Yesuus! Ilma Daawitii na maari!» jedha'aa iyyuu jalqabe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni Yesuus nama biyya Naazireetii akka ta'e hennaa dhagaye, «Yesuus! Ilma Daawitii na maari!» jedha'aa iyyuu jalqabe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achiin'llee ka dabrru Yesusii Naazireetii ta'uu isaa yeroo beeketti, «Ilma Daawiitii yaa Yesus, yabo'oo garaa naa laaf!» jedha'aa, iyyuu jala ni qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Yesuus nama biyya Naaziretii akka te'e yennaa dhage'e, «Yesuus! Ilma Daawitii naaf nayi!» jedhee iyye.