Mark 10:49 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus dhaabbatee, “Isa as waama'a!” jedhe. Jennaan isaan namicha waamanee, “Inni si waamiisatti jira, jabaadhu! Ka'i!” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni miili d'aabate, Gadi yaama jed'e. Worri namicha balla kaani yaame waan jed'eeni, Garaa jabaad'u, kai, inni si yaamu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus miila dhaabatee, “Gadi yaamaa” jedhe. Warrii namicha ballaa kaan yaamee, “Garaa jabaadhuu, ka'ii, innii si yaamuu jiraa” jedhaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus dhaabatee, «Isa as waamaa'a!» jedhe. Inni akkasi jennaan isaan namicha waamanii, «Inni si waama'aaraa jabaadhu! ka'i!» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus dhaabatee, «Isa as waamaa'a!» jedhe. Inni akkasi jennaan isaan namicha waamanii, «Inni si waama'aara, jabaadhu! ka'i!» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee dhaabateeti, «Waamaanii!» jedhe, isaan'llee jaamichaan, «Jedhi amma jabaadhuu ka'i! Yesus si waamaatii!» ni jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus dhaabbatee, «Isa as waama'a!» jedhe. Jennaan isaan namicha waamanee, «Inni si waamiisatti jira, jabaadhu! Ka'i!» jedhaneen.