Mark 10:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Muuseen sababa mataa jabeenna keessaniitiif seera kana isinii barreesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni waan worraani jed'e, Maro garaani keesani jabaateefi inni seera kana isani t'aafe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo warraan, “Mar. roo jabeenna garaa keessanitiif innii seera kana isaani barreesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Sababaa gar jabeenna keessaniitiif seera kana isiniif barreesse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, sababaa gar-jabeenna keessaniitiif seera kana isiniif barreesse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Museen ajaja kana ka isiniif barreesse, onneen keessan hadooddee waan isin hin dhageenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Muuseen sababa mataa jabeenna keessaniitiif seera kana isinii barreesse.