Mark 10:51 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Maan akka ani si'iif godhu barbaadda?” jedhee isa gaafate. Namichi ballaan deebisee, “Barsiisa'a! Ani dhaggiisaaf barbaada” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan isaani jed'e, Ana maani sii tolchu feeta? Ballaani kaani waan jed'eeni, Aabbo, anini lafa argu fed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus isaani, “Anaa maan sii tolchu feeta?” jedheen. Ballaani kaan deebisee, “Aabboo, ani lafa arguu fedha” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Maal akka sii godhu barbaadda?» jedhee isa gaafate. Namichi ijji isaa hin argine sun, «Barsiisaa'a! Ija tiyya akka naa bantu barbaada» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, «Maal akka sii godhu barbaadda?» jedhee isa gaafate. Namichi ballaan sunillee, «Barsiisaa'a! Ija tiyya akka naa bantu barbaada» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Maal akka siif raawwadhu barbaadda?» jechu'uun, ni gaafateen. Namichi jaamaan'llee, «Yaa barsiisaa, yabo'oo ijji kiyya akka naaf argitu naaf taasisi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Maan akka ani si'iif godhu barbaadda?» jedhee isa gaafate. Namichi ballaan deebisee, «Barsiisa'a! Ani dhaggiisaaf barbaada» jedheen.