Mark 10:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jalqabatti yennaa dadaan dadantu, ‘Waaqi dhiiraa fi dubartii dade;’
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo haguma waan ch'ufa uumani, Waaqi d'iirafi uwa uume jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jalaqaba uumamaatti ammoo, ‘Waaqii dhiiraa fi nadheellee uume
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jalqaba Rabbi hennaa uumamni uumamu, ‹Rabbi dhiiraa fi dubartii taasisee isaan uume;›
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jalqaba Rabbi hennaa uumamni uumamu, ‹Rabbi dhiiraa fi dubartii taasisee isaan uume;›
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu jalqaba uumamaatii kaasee, ‹Waaqinni dhiiraa fi dubarttii isaan taasisee ni uume,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jalqabatti yennaa dadi dadantu, ‹Waaqi dhiiraa fi dubartii dade;›