Mark 10:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
‘Waan kanaaf nami tokko abba'aa fi haadha ifii lakkisee ibidda ifii woliin wol qabatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi d'iirti abbaafi haad'a ufi lakifte, niiti ufitiini takaa taati;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
marroo waan kanatiif dhiirti haadhaa abbaa ufii lakkiftee, niitii ufiitiin takkaa taati;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Kanaaf namni abba'aa fi haadha ufii hin dhiisa, haadha manaa ufii woliin wol ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Kanaaf namni abba'aa fi haadha ufii hin dhiisa, haadha manaa ufii woliin wol ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kanaaf naminni haadhaa fi abbaa isaa dhiisee, haadha worraa isaatiin wolitti ni dabalama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Waan kanaaf nami tokko abba'aa fi haadha ifii lakkisee ibidda ifii woliin wol qabatan.