Mark 10:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan lachuu tokko te'an.’ Maarre yoona isaan foon tokko malee lamaanii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jari lachu nafa toko taha. Tanaafi worri amma nafa lamaaniti, ammo tokocha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
jarii lachuu nafa tokko ta'a.’ Tanaaf warrii amma nafa tokko malee lamaaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lamaanuu tokko ta'an.› Maarre achiin maayii isaan foon tokko malee lamaa miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lamaanuu tokko ta'an.› Maarre achiin maayii isaan foon tokko malee lamaa miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Lamaanuu qaama tokko ni ta'an› achii duubatti'llee lama ta'uun isaanii hafee, tokko ni ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lachuu tokko te'an.› Maarre yoona isaan foon tokko malee lamaanii moti.