Mark 11:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan akkuma Yerusaalemitti dhikaataneen, Betfaage'ee fi Bitaaniya'atti, gaara Ejersaa bira geyane. Yesuus barattoota ifii keessaa nama lamaaniin,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yerusalemufi gaara Bethfagefi Bethaniati d'iaannaani, fulla gaara Ejersa jed'ani, Yesoni jara ufi keesa nama lama erge
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii Yerusaalemitti galuuf, Betfaagee fi Bitaanyatti, fulaa Gaara Ejersaa jedhaniitti dhi'aannaan, Yesus jara ufii keessaa nama lama ergee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusii fi darasoonni gara Yerusaalemii gaara Ejersaa biraan gara Beetafaage'ee fi Bitaaniya'aatti hennaa dhiyaatan, Yesuus darasoota ufii keessaa lamaan akkana jedhee isaan erge,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan Yeruusaaleemitti galu'uuf Beetafaage'ee fi Bittaaniya'aatti, gara gaara ejersaatitti hennaa dhiyaatan, Yesuus darasoota ufii keessaa nama lamaan,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesusii fi barattoonni isaa gara Yerusaalemii yeroo dhiyaatanitti karaa Beetfaage'eetii fi Bitaaniya'aatiin gara gaara ejerssaa jedhamuu ni gayan. Achiin duubatti'llee Yesus barattoota isaa keessaa lamaan akkana jechu'uun ni erge,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akkuma Yerusaalemitti dhikaataneen, Betfaage'ee fi Bitaaniya'atti, gaara Ejersaa bira geyane. Yesuus barattoota ifii keessaa nama lamaaniin,