Mark 11:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Mootummaan abbaa keenna Daawwitii ta dhuttu ta eebbifante! Ol-gubba'atti Hosaa'inaa!” qoonqoo guddo'oon jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi finna Aabbo keenna Daudi, ka d'ufu jiru eebisinna! Waaqa faarsa!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii Mootummaa Aabboo keenna Daawitii, ka dhufuu jiru eebbifamaa! Waaqaa guddaa gubbaa faarsaa!” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootummaan abbaa keenna Daawitii ta dhuftu sun ta eebbifamte! Hoosaanaa ol samii gubba'atti» jedha'aa woca'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mootummaan abbaa keenna Daawitii ta dhuftu sun ta eebbifamte! Hoosaanaa ol samii gubba'atti» jedha'aa woca'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mootummaan abbaa keenna Daawiitii ka dhufu, ka eebbifame. Hosa'ianaa ol sami'itti!» jedha'aa, ni iyyan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootummaan abbaa keenna Daawitii ta dhuttu ta eebbifante! Ol-gubba'atti Hosaa'inaa!» qoonqoo guddo'oon jedhane.