Mark 11:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa lammeesso'oo yennaa isaan Bitaaniya'aa deebi'anu Yesuus beelaye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyya, worri Bethaniani baanaani, inni beelae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Boriyyaa, warrii Bitaanyaan baanaan, Yesus beela'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa lammeesso'oo hennaa isaan Bitaaniya'aa deebi'an Yesuus waan shoomeef,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa lammaffa'aa hennaa isaan Bittaaniya'aa deebi'an Yesuus hin shoome.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bariisaa'llee Bitaaniya'aa yoo deebi'an, Yesus ni beelaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa lammeesso'oo yennaa isaan Bitaaniya'aa deebi'anu Yesuus beelaye.