Mark 11:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
eennulle dalleya Galma Waaqaa keessa meya tokkolle ba'atee akka hin qaxxaamurre dhoogge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nama d'aatu Mana Waaqa kara tolfate miha baate dabruuni yau d'owe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii tokkolleen mi'a baatee akka Mana Waaqaattii hinbaanee dabruu dhowwe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee mi'a baadhatee mana woyyuu keessa akka hin lufne dhoogge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee mi'a baadhatee mana woyyuu keessa akka hin lufne dhoogge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni kumi'llee meeshaa kamiinuu baadhatee, moonaa Mana Waaqeffanna'aa keessa asii fi achi akka dabrruuf, hin eeyyamaminne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
eennulle dalleya Galma Waaqaa keessa meya tokkolle ba'atee akka hin qaxxaamurre dhoogge.