Mark 11:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Galgala san, Yesuusii fi barattooti isaa qacha'aa bayane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti galgaloomnaani, Yesofi jari isaa dira keesaa bahani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laftii galgaloomnaan, Yesusii fi jarii isaa dira keessaa ba'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa lafti galgaloofte Yesuusii fi darasoonni isaa qachaa san keessaa baya'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa lafti galgaloofte, Yesuusii fi darasoonni isaa qachaa san keessaa baya'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo laftti dhiyetti'llee Yesusii fi barattoonni isaa magaalaa keessaa ni bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Galgala san, Yesuusii fi barattooti isaa qacha'aa bayane.