Mark 11:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa lammeesso'oo ganama, adoo karaa san dabaranuu, harruun hidda isi'ii mara woliin goddeertuun dhaggane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato ganamaani dabranu, oda hiddi gogeeni bahani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ganamaa adoo karaa suniin dabranuu, odaa hidduma waliin goge argan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa lammeesso'oo ganama isaan uduu karaa san irra lufan mukattiin hurbu'uu sun hiddumaan ta goddeertu argan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa lammaffa'aa ganama, Isaan uduu karaa san irra lufan, mukattiin hurbu'uu sun hiddumaan ta goddeertu argan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa itti aanutti ganama obboroo kara'aan yoo dabrru, mukattiin harbbu'uu hidda isi'iitiin goddee ni argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa lammeesso'oo ganama, adoo karaa san dabaranuu, harruun hidda isi'ii mara woliin goddeertuun dhaggane.