Mark 11:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuusille deebisee, “Waaqatti dhugeeffadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Waaqa d'ugefad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebisee warraan, “Waaqaa dhugeeffadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Rabbitti amanaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Rabbitti amanaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Waaqatti amanaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuusille deebisee, «Waaqatti dhugeeffadha'a.