Mark 11:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf ani isinitti hima; yennaa daadimattanuu fi waan tokko gaafattanu, akka fudhattaneetitti dhugeeffadha'a; wonni gaafattanu mara isiniif hin kennama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi waan anini isaniini jed'u, Waan isani Waaqa kad'attani ch'ufa, d'ugefad'a, aka qara d'uguma argattani, duuba inuma argattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf waan anin isanitti himuu; waan Waaqaa kadhattan cufa akka argattan dhugeeffadhaa, duuba inuma argattanii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf ani akkana isiniin jedha, waan kadhattanii fi waan gaafattan maraa akka argattanitti amanaa'a; wonti gaafattan maruu isiniif kennamaa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf ani akkana isiniin jedha, waan kadhattanii fi waan gaafattan maraa akka argattanitti amanaa'a, wonti gaafattan maruu isiniif kennama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf kadhanna'aan waanuma maraa uduu kadhattanii, akka waan isiniif raawwatamee taasisa'aatii amanaa, wonitti kadhattan marri'llee isiniif ni kennama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani isinitti hima; yennaa daadimattanuu fi waan tokko gaafattanu, akka fudhattaneetitti dhugeeffadha'a; wonni gaafattanu mara isiniif hin kennama.