Mark 11:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo yoo isin namaa araaramuu diddane, abbaan keessan ka ol-gubbaa jiru yakkaa keessan isinii hin araaramu] ” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani namaa araaramu diddani, Abbaani keesani ka gubbaa jiru wollaala keesanile isanii araaramu dida.]
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo isan namaa araaramu diddanii, Abbaan keessan ka gubbaa jiruulleen wallaala keessan isanii araaramuu didaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ammo yoo namaa araaramuu diddan Abbaan keessan ka samii gubbaa jiru yakka keessan isinii hin araaramu.» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ammoo yoo namaa araaramuu diddani, Abbaan keessan ka samii gubbaa jiru yakka keessan isinii hin araaramu.» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin balleessaa kaanniiniitiif dhiifama taasisuu yoo dhabaattan garuu, abbaan keessan ka samii jiru, cubbuu keessan'llee dhiifama isinii hin taasisu.»]
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo yoo isin namaa araaramuu diddane, abbaan keessan ka ol-gubbaa jiru yakkaa keessan isinii hin araaramu] » jedhe.