Mark 11:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle ‘Maaf hiittan?’ jedhee yoo isin gaafate, ‘Gootta'atti barbaada; inni adoo hin turin hin deebisa’ jedha'aan” jedhee erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami, Maafi hiitani? jed'e, Aabbooti fed'a, ammalle inni indeebisa jed'aani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo namii, ‘Maaf hiittan?’ isaniin jedhee, ‘Aabbootti fedha, ammallee innii indeebisa’ jedhaan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee, yoo ‹Maaf hiittan?› isiniin jedhe, ‹Goofta'atu barbaada; inni uduu hin turin dafee deebisa› jedhaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee, ‹Maaf hiittan?› yoo isiniin jedhe, ‹Goofta'atu barbaada; inni uduu hin turin bakumatti deebisa› jedhaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni kumi'llee ‹maali'iif kana raawwattan?› yoo isiniin jedhee, ‹Gooftaan waan isa barbaaduuf jedhaa, bakkumatti deebisee ni ergaan› jedhaanii.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle ‹Maaf hiittan?› jedhee yoo isin gaafate, ‹Gootta'atti barbaada; inni adoo hin turin hin deebisa› jedha'aan» jedhee erge.