Mark 11:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannis akka cuuphuuf baallii eennutti kenneef? Waaqa mo'o nama? Me anaaf deebisa'a!” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Batisooni Yohana gubbaa baate mo lafaa baate? Nati hima.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Cuuphaan Yoh. aannisii Waaqaa irraa dhufte moo nama irraa dhufte? Natti himaa” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yohaannis akka cuuphuuf eentu baallii kenneef? Rabbi mo'o nama? mee naa deebisaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yohaannis akka Cuuphuuf baallii eentu kenneef? Rabbii mo'o nama? mee naa deebisa'aa!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Cuuphaan Yohaannisii Waaqa biraa ture moo, yookiin nama biraayyi? Mee naa deebisaa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannis akka cuuphuuf baallii eennutti kenneef? Waaqa mo'o nama? Me naaf deebisa'a!» isaaniin jedhe.