Mark 11:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
‘Nama jennuu ree?’ ” jedhane. Nami mara Yohaannis akka dhugumaan raagichaatitti waan fudhateeruuf, kolbaa sodaatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo Lafaa jenne (gumi sodaatani, waan nami ch'ufti Yohana raaga sehuufi).
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akkamiin, ‘Nama irraa dhufte’ jenna ree?” jedhan. Waan gumiin cufa Yoh. aannis raaga jettee fudhatteef sodaatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Nama haa jennuu laata?› » jedhan. Namoonni maruu Yohaannisiin akka raagaatitti waan laalaniif gumii sodaatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Nama haa jennuu laata?› » jedhan. Namoonni maruu Yohaannisiin akka raagaatitti waan laalaniif gumii sodaatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹nama biraayyi› yoo jenneen hoo?» kana akka hin jenneef ummanni marri Yohaannisiin, dhugamaanuu nabiyyicha ni jedhaniin waan tureef, ni sodaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Nama jennuu ree?› » jedhane. Nami mara Yohaannis akka dhugumaan raagichaatitti waan fudhateeruuf, kolbaa sodaatane.