Mark 11:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf isaan Yesuusiin, “Nuuti hin beennu” jedhane. Yesuus deebisee, “Maarre anille baallii maaniitiin waan kana mara akka tolchu isinitti hin himu” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi waan Yesoni jed'ani, Nu imbeennu. Yesoni waan jed'eeni, Yoosi, anileeni jabeenna waan kanaani tolchu isaniti inhimu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf, “Nu hinbeennu” jedhanii Yesussii deebisan. Jennaan Yesusiilleen, “Yoos, anilleen jabeenna waan kanaan tolchu isanitti hinhimu” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf hin beennu jedhanii Yesuusiif deebisan. Yesuusillee deebisee, «Maarre anillee baallii maali'iitiin waan kana maraa akka godhu isinitti hin himu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf hin beennu jedhanii Yesuusiif deebisan. Yesuusillee deebisee, «Maarre anillee baallii maali'iitiin waan kana maraa akka godhu isinitti hin himu» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf, «Nu'u hin beekinnu.» jechu'uun, ni deebisaniif. Yesus'llee, «Eegaa ani'llee aangoo maali'iitiin wonittoota kanniin akka raawwadhu, isinitti hin himu» isaaniin ni jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf isaan Yesuusiin, «Nuuti hin beennu» jedhane. Yesuus deebisee, «Maarre anille baallii maaniitiin waan kana mara akka tolchu isinitti hin himu» isaaniin jedhe.