Mark 11:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
worra achi dhaabbataneeranu keessaa namooti gariin, “Maaf ilmayyoo harre'ee hiittan?” jedhanee isaan gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami achi ejaanju waan jed'eeni, Bukhura maafi hiitani, maani tolchitani? jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii achi ejaajju, “Bukura maaf hiittan, maan tolchittan?” Jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra achi dhaabatan keessaa gari gariin, «Maal godhu'uuf ilmoo harre'ee hiittan?» jedhanii isaan gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra achi dhaabatan keessaa gari gariin, «Maal godhu'uuf ilmoo harre'ee hiittan?» jedhanii isaan gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti'llee namoota achi dhaabatanii turan keessaa tokko tokko, «Ilmmayyoo harre'ee ka hiikittan maali'iif?» jechu'uun, isaan ni gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
worra achi dhaabbataneeranu keessaa namooti gariin, «Maaf ilmayyoo harre'ee hiittan?» jedhanee isaan gaafatane.