Mark 11:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattootille waan Yesuus jedhe isaanitti himane; isaanille lakkisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri waan Yesoni jed'e, iti himnaani, worra gadi lakise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo waan Yesus jedhe, isaanitti himnaan jarii warra gad lakkise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni waan Yesuus isaaniin jedhe isaanitti himan; isaanillee isaan dhiisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonnillee waan Yesuus isaaniin jedhe isaanitti himan; isaanillee isaan dhiisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee waan Yesus jedhe isaanitti ni himan, namoonni'llee isaan ni dhiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattootille waan Yesuus jedhe isaanitti himane; isaanille lakkisane.