Mark 11:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri dura ideemanuu fi worri duubaan hordofanu, “Hosaa'inaa! maqaa Gootta'aatiin ka dhufu ka eebbifame!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami isa dura jiruufi ka isa duuba yauleeni waan jed'ani, Waaqa faarsa, Nami maqa Aabbootiini d'ufu la eebifame!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii isa dura yaa'uu fi ka isa duuba yaa'uulleen, “Waaqaa faarsaa! Namii maqaa Aabbootiin dhufu la eebbifame!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri duraa fi duuba isaa deeman laagaa isaanii ol qabatanii, «Hoosaanaa! ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri duraa fi duuba isaa deeman laagaa isaanii ol qabatanii, «Hoosaanaa! ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worra duranaa dabrranii fi worra duubaan horddofan marrinuu, «Hoosa'inaa! Ka Maqaa Goofta'aatiin dhufu, ka eebbifame!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri dura ideemanuu fi worri duubaan hordofanu, «Hosaa'inaa! maqaa Gootta'aatiin ka dhufu ka eebbifame!