Mark 12:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin Barreeffama Woyyicha keessatti ‘Dhakaan worri mana ijaaru tuffate, dhakaa dhakaa mara caalaa barbadamu te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
T'aafi Waaqa keesati tana insoomne? D'akhachi ijaartuuni tuffatte dide yayu d'akha ch'ufa ira jaba tahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barreessii tana dubbii Waaqaa keessatti takkuma hindubbimnee? dhakachii ijaartuun tuffattee didde yaayyu dhakaa cufa irra jabaa ta'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin barreeffama Woyyuu keessatti ‹Dhagaan worri mana ijaaru tuffate dhagaa dhagaa maraa caalaa barbaadamu ta'e. Wonti kun waan gooftaan hojjate; ija teennaafillee baasa› kitaaba jedhu hin dubbifnee?» jedhee gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin barreeffama Woyyuu keessatti ‹Dhagaan worri mana ijaaru tuffate dhagaa dhagaa maraa caalaa barbaadamu ta'e. Wonti kun waan gooftaan hojjate; ija teennaafillee baasa› kitaaba jedhu hin dubbifnee?» jedhee gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Haa ta'u malee, ‹dhagaan kaabddonni tuffataniin, mataa cabssata› » ni ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin Barreeffama Woyyicha keessatti ‹Dhakaan worri mana ijaaru tuffate, dhakaa dhakaa mara caalaa barbaadamu te'e.