Mark 12:11 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni kun waan Goottaan tolche; ila teennalle'etti waan baasaa ti;’ ta jettu hin dubbinnee?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbooti waan kana tolche ila teenna durati wonti kuni waan mama!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tunilleen hujii Aabbooti ila teenna duratti wantii kun waan mamaati” jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee hujii Goofta'aati, ija teennaaf'llee baasaa! ka jedhu, dubbii kitaaba Qulqullu'uu isin hin dubbifnne moo?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun waan Goottaan tolche; ila teennalle'etti waan baasaa ti;› ta jettu hin dubbinnee?» jedhee gaafate.