Mark 12:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ammoo kijiba isaanii beekee, “Isin maaf ana xaqariisaaf wodhaantan? Me hin ilaalaa, beesee san fida'a!” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Imbaamna mo imbaamnu? Ammo inni kiyyiba worraa beennaani, waan worraani jed'e, Maafi na ilaalattani? Me, shilingi toko na garsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Inbaamna moo hinbaamnu?” jedhanii gaafatan. Innii ammoo kijiba warraa beennaan, warraan, “Maaf na laallattan? Me, qarsii tokko na garsiisaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo fakkeessitoota ta'uu isaanii waan beekeef, «Isin maaf na ataabdan? Mee laalaa'a! saantibii tokko as fidaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo fakkeessitoota ta'uu isaanii waan beekeef, «Isin maaf na ataabdan? Mee laalaa, saantibii tokko as fidaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee fakkeesitummaa isaanii beekee, «Maali'iif ana qabu'uuf barbaadan? Mee qarshii fida'aatii natti muldhisaa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo kijiba isaanii beekee, «Isin maaf na xaqariisaaf wodhaantan? Me hin ilaalaa, beesee san fida'a!» jedheen.