Mark 12:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan beesee itti finnaan, “Misili'ii fi maqaan irra jiru kun ka eennuuti?” jedhee gaafate. Isaanille, “Ka mooticha mootota worra Rooma'aa ti” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tokooni d'ufani jennaani inni waan jed'eeni, Mata eenuti gubba taa? Worri waan jed'eeni, Mata Kaisari.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tokkoon dhufanii jennaan innii, “Mat. aa eenuutti gubbaa taa'a?” jedhe warra gaafate. Jennaan warrii, “Mat. aa Qeesarii” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan itti finnaan, «Fakiin kun ka eennuuti? Barreeffamni kun ka eennuuti?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee, «Ka mootii mootota worra Rooma'aati» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan itti finnaan, «Fakkiin kun ka eennuuti? Barreeffamni kun ka eennuti?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee, «Ka mootii mootota worra Rooma'aati» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee qarshii ni fidaniif, inni'llee, «Qarshii kana irra biftti jiruu fi maqaan barreeffame ka eennuuti?» jechu'uun, isaan ni gaafate. Isaan'llee, «Ka Nugusa Rooma'aati» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan beesee itti finnaan, «Fakki'ii fi maqaan irra jiru kun ka eennuuti?» jedhee gaafate. Isaanille, «Ka mooticha mootota worra Rooma'aa ti» jedhaneen.