Mark 12:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Yesuus isaaniin, “Ka mootichaa mootichaaf, ka Waaqaa Waaqaaf kenna'a!” jedhe; isaanille isa baaseffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Waan Kaisari, Kaisarii baasa, ammo waan Waaqa, Waaqaa baasa. Worri guddo waan isaa mame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesusiilleen, “Yoos waan Qeesarii, Qeesarii baasaa, waan Waaqaa ammoo, Waaqaa baasaa” isaaniin jedhe. Warrii guddoo waan isaa mame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee deebisee, «Ka mooti'ii mooti'iif, ka Rabbii Rabbiif kennaa'a!» jedhe; isaan isa baaseffatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee deebisee, «Ka mooti'ii mooti'iif, ka Rabbii Rabbiif kennaa'a!» jedhe; isaan isa baaseffatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Eegaa ka nugusaa nugusichaaf, ka Waaqaa Waaqaaf kennaa!» jechu'uun, isaanii ni deebise. Isaan'llee deebii isaa ni maalalffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yesuus isaaniin, «Ka mootichaa mootichaaf, ka Waaqaa Waaqaaf kenna'a!» jedhe; isaanille isa baaseffatane.