Mark 12:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Barsiisa'a! Muuseen, ‘Nami tokko niitii fuudhee adoo hin uumatin yoo isii irraa du'e, obboleessi isaa dubartii san dhaalee sanyii obboleessa ifiitiif dabarsuu ti!’ jedhee Seera keessatti nu'uuf barreesseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbo, aka Musani t'aafe gula, yo nami niiti qabu due, ammo ijoolle inqamne, oboleesi nama suni niiti isaa d'aale oboleesa ufiti ijoolle d'alu male jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Aabboo, ‘Namii tokko niittii fuudhee adoo ilmee hinuumatin yo irraa du'ee, obbooleessii isaa niitii sun dhaalee obbooleessa ufiitii ilmee uumuu male!’ jedhee, Muuseen seera keessatti la nuu barreesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Barsiisaa'a! Muuseen, ‹Namni tokko haadha manaa fuudhee uduu hin uumatin yoo isii irraa du'e, obboleessi isaa dubartii san dhaalee fiixaa obboleessa ufiitiif haa dabarsuu!› jedhee Seera keessatti nuu barreesseera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Barsiisaa'a! Muuseen, ‹Namni tokko haadha manaa fuudhee uduu hin uumatin yoo isii irraa du'e, obboleessi isaa dubartii san dhaalee fiixaa obboleessa ufiitiif haa dabarsuu!› jedhee Seera keessatti nuu barreesseera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yaa barsiisaa, ‹naminni tokko finna uduu hin uumatin haadha worraa isaa irraa du'aan yoo fooyame, obboleessi isaa dubarttii dhaalee, ka du'eef fiixaa bakka haa buusuuf› jedhee, Museen nuuf barreessee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Barsiisa'a! Muuseen, ‹Nami tokko niitii fuudhee adoo hin uumatin yoo isii irraa du'e, obboleessi isaa dubartii san dhaalee sanyii obboleessa ifiitiif dabarsuu ti!› jedhee Seera keessatti nu'uuf barreesseera.