Mark 12:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaan midhaan muka woyini'ii guuranu geennaan, midhaan fudhatiisaaf hojjataa tokko gara qottee bultoota ifii erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Muraansi geennaani, tisse toko jara oobru hojattuti erge, aka mid'aani oobru keesaa argattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Muraansii geennaan, hojjataa tokko jara oobruu hojjatuutti erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaan munni woyini'ii gayu geennaan midhaan akka fiduuf hojjataa tokko gara qonnaan bultoota ufii erge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaan munni woyini'ii gayu geennaan, midhaan akka fiduuf hojjataa tokko gara qonnaan bultoota ufii erge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Firiin'llee yeroo gayetti'llee, firii woyinni'ii irraa akka isaa fiduuf tajaajilaa isaa gara qotee bulttootaa ni erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan midhaan muka woyni'ii guuranu geennaan, midhaan fudhatiisaaf hojjataa tokko gara qonnaan bultoota ifii erge.