Mark 12:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan torbaan tokko jiran; angafichi isaanii niitii fuudhee ijjoollee adoo hin uumatin du'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba, oboleyaani torbati jira; ka qara niiti fuud'e, ijoolle male due.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba, obbooleeyyan torbatti jira; ka qaraa niitii fuudhee, ilmee malee du'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan torbatu ture; hangafni haadha manaa fuudhee ijoollee uduu hin uumatin du'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan torbatu ture; hangafni haadha manaa fuudhee ijoollee uduu hin uumatin du'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa, obboleeyyan torba turan, hangafnni isaan maraa haadha worraa fuudhee finna uduu hin uumatin ni du'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan torbaan tokko jiran; angafichi isaanii niitii fuudhee ijoollee adoo hin uumatin du'e.