Mark 12:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan torbaanuu niitumma'aan isii fuudhaneeranii, guyyaa worri du'ane ka'anu isaan keessaa kamiif niitii teeti?” jedhanee isa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa kaisa, isiini niiti eennu taati? Torbaani yayu isi fuud'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii torbaanuu isii la fuudhee, duuba gaafa du'aa ka'iisaa isiin niitii eennuu taati?” jedhan gaafatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan torbanuu haadha manumma'aan isii fuudhaniiranii, guyyaa worri du'an ka'an isaan keessaa kamiif haadha manaa taati?» jedhanii isa gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan torbanuu haadha manumma'aan isii fuudhaniiranii, guyyaa worri du'an ka'an isaan keessaa kamiif haadha manaa taati?» jedhanii isa gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Obboleeyyan torbanuu tartiibaan isii fuudhanii jiraniitii, eegaa yeroo worri du'an du'aa ka'antti, isiin kamiif haadha worraa taati?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan torbaanuu niitumma'aan isii fuudhaneeranii, guyyaa worri du'ane ka'anu isaan keessaa kamiif niitii teeti?» jedhanee isa gaafatane.