Mark 12:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaaniin, “Isin akka malee dokonkortane! Maaf akka teete beettanii? Wonni akkana teeteef, isin Barreeffama Woyyicha yookiin hunna Waaqaa hin beettanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Isani guddo wolaaltani! Wonti akanatiifi dubbi Waaqatiifi humna Waaqa imbeetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus deebisee warraan, “Isan guddoo walaaltan! Wantii akkanaatiif isan dubbii Waaqaatii fi humna Waaqaallee hinbeettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Kitaabbanii fi hunna Rabbii waan hin beenneef dogoggortaniimii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Kitaabbanii fi hunna Rabbii waan hin beenneef dogoggortaniimii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Isin ka dogoggorttaniif kitaabban Qulqullu'uu fi huminna Waaqaa'llee beekuu dhabuu keessaniinii mitii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaaniin, «Isin akka malee dokonkortane! Maaf akka teete beettanii? Wonni akkana teeteef, isin Barreeffama Woyyicha yookiin hunna Waaqaa hin beettanu.