Mark 12:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa worri du'ane ka'anu, isaan akka ergantoota ol-gubba'aa te'an malee, hin fuudhanu, hin heerumanulle'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja duisa keesaa kaani, nami wolimfuud'u, ammo aka malaika gubba taani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa du'a keessaa ka'an, akka ergamtoota Waaqaa ta gubbaa ta'an malee, wali hin fuudhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa du'aa ka'an isaan akka maleekkota samii gubba'aa ta'an malee hin fuudhan, hin heerumanille'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa du'aa ka'an, isaan akka ergamtoota samii gubba'aa ta'an malee, hin fuudhan, hin heerumanille'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worri du'an du'aa yoo ka'antti, akka maleyikkoota samii jiranii ta'an malee, hin fuudhan, wolitti hin fuusisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa worri du'ane ka'anu, isaan akka ergantoota ol-gubba'aa te'an malee, hin fuudhanu, hin heerumanulle'e.