Mark 12:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo ka'iisa worra du'anee: Kitaaba Muuse'ee keessatti addee waan tusee gubattuu dubbattu hin dubbinee? Achitti ta barreeffante, Waaqi Muuse'een, ‘Ani Waaqa Abraamii, Waaqa Yisaaqiitii fi Waaqa Yaaqoobii ti’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo aka ka due kaasani isani kitaaba Musa keesa fulla waan gurbi bobeetu t'aafani taka insoomne? Aka Waaqi anini Waaqa Abrahamu, Waaqa Isaaqotiifi Waaqa Yakobo jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo akka warra du'e kaasan kitaaba Musee keessaa, fulaa waan gurbii bobeettuu berreessan keessattii takkuma hindubbimnee? Akka Waaqii ‘Anin Waaqaa Abrahaam, Waaqaa Yisihaqitii fi Waaqaa Yaaqoobii’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan worra du'aa ka'anii kitaaba Muuse'ee keessatti hulee waan saato'oo dubbatutti, ‹Ani Waaqa Abrahaamii, Waaqa Yisaaqiitii fi Waaqa Yaaqoobiiti› jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi waan worra du'aa ka'anii kitaaba Muuse'ee keessatti hulee waan saato'oo dubbatutti, ‹Ani Waaqa Abirahaamii, Waaqa Yisaaqiitii fi, Waaqa Yaaqoobii ti› jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee worri du'an du'aa ka'iinssaa yoo ta'e garuu, Waaqinni ibidda ximmirro'oo keessaan Muse'etti maal akka itti dubbate, kitaaba Muse'ee keessatti isin dubbifnne moo? Kun'llee, ‹ani Waaqa Abrahamii, Waaqinni Yisihaaqiitii fi Waaqa Yaaqoobiiti› ka jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo ka'iisa worra du'anee: Kitaaba Muuse'ee keessatti addee waan tusee gubattuu dubbattu hin dubbinnee? Achitti ta barreeffante, Waaqi Muuse'een, ‹Ani Waaqa Abraamii, Waaqa Yisihaqiitii fi Waaqa Yaaqoobii ti› jedhe.