Mark 12:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni Waaqa worra jira'aati malee, Waaqa worra du'a'aatii moti. Isin akka malee dokonkortane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Waaqa Nama duetiiniti, ammo ka worra jiruti; isani guddo wolaaltani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii Waaqaa warra du'eetiiniti, Waaqaa warra jiruu malee; isan guddoo walaaltan” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Waaqa worra jiraniiti malee, ka worra du'aniitii miti. kanaaf guddaa dogoggortaniirtan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni Waaqa worra jiraniiti malee, ka worra du'aniitii miti. Kanaaf guddaa dogoggortaniirtan» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Waaqinni Waaqa jiraattotaati malee, Waaqa du'ootaatii miti, isin garuu haalaan ni dagoggorttan» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Waaqa worra jira'aa ti malee, Waaqa worra du'a'aatii moti. Isin akka malee dokonkortane» jedhe.