Mark 12:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qottee bultooti sun isa qabanee, dhaananee harka duwwaa ari'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kaani isa fuud'e d'aane, harka duwa arie.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii kaan isa qabee dhaanee, harka duwwaa gusse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee hojjataa san qabanii tumanii duwwaa deebisanii ari'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee hojjataa san qabanii tumanii duwwaa deebisanii ari'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qotee bulttoonni garuu tajaajilaa isaa qabanii eega dhaananiiniin duubatti, harka isaa duwwaa ni deebisaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qonnaan bultooti sun isa qabanee, dhaananee harka duwwaa ari'ane.