Mark 12:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqa gadhaa tokkochaan, qalbii takkatti'iin, hunna takkatti'iin jaallatiisii fi ollaa ifii akka mataa ifii jaallatiis, woreega ciinca'aatii fi woreega dhibii Waaqaaf dhiyeessuu caala” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle aki isa jaalatani, garaa ch'ufaafi hubacha ch'ufaafi jabeenna ch'ufaani; ammalle aki nama ch'ufa aka ufi jaalatani jaalatani sorio gosa ch'ufa iraa wo baati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee akkii isa garaa cufaan, qalbii cufaan, jabeenna cufaan jaalatan, ammallee akkii nama cufa akkuma mataa ufi jaalatan, sooriyoo gosa cufaa irra wa baati” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin garaa guutu'uun, qalbii guutu'uun, hunna guutu'uun jaalachuun, nama akka mataa ufiititti jaalachuun, woreega ciinca'aatii fi woreega biraa Rabbiif dhiyeessuu caala» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbiin garaa guutu'uun, qalbii guutu'uun, hunna guutu'uun jaalachuun, nama akka mataa ufiititti jaalachuun, woreega ciinca'aatii fi woreega biraa Rabbiif dhiyeessuu caala» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf naminni onnee isaa muda maleessaan, [lubbuu isaa muda maleetti'iin,] yaada isaa muda maleessaan fi huminna isaa muda maleessa Waaqa jaalachuu ni qaba. Akkuma kana, ollaa kee'llee akka mataa isaa taasisee jaalachuu ni malaan, ciinccaa gubatuu fi ciinccaa bira'aa'llee Waaqaaf dhiyeessuu irra, ajajoota kanniin lamaan eegu'utu caala» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa gadhaa tokkochaan, qalbii takkatti'iin, hunna takkatti'iin jaalatiisii fi ollaa ifii akka mataa ifii jaalatiis, woreega ciinca'aatii fi woreega dhibii Waaqaaf dhiyeessuu caala» jedhe.