Mark 12:36 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaanni Woyyichi akka Daawwit, ‘Waaqi Goottaa kiyyaan, diinota keeti miila keeti jalatti, haga Ani si'iif kewutti, midda kiyyatti tee'i’ jedhu'uuf akeekeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini ufiiftu, Lubbu Qulqullo keesa, waan jed'e: Aabbooni waan Abba kiyyaani jed'e: Gama kiyya ka mirga tai, haga anini nyaapa kanke miila kanke jala naquuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Daawit ufiiftuu, Hafuura Qulqulloo keessa, ‘Aabboon Abbaa kiyyaan, haga anin nyaapha kee miila kee jala naquutti, gama kiyya ka mirgaatiin taa'i’ la jedhee.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti mataan isaatuu Ayyaana Woyyu'uun masakkamee, ‹Gooftaan Gooftaa kiyyaan, diintota kee luka kee jala haga sii kaayutti, mirga kiyya taa'i jedheera› jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daawiti mataan isaatuu Ayyaana Woyyu'uun masakkamee, ‹Gooftaan Gooftaa kiyyaan, diinota kee luka kee jala, haga sii kaayutti, mirga kiyya taa'i jedheera› jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Daawiit mataan isaatuu Hafuura Qulqullu'uun eemaramee, ‹Waaqa Gooftaa kiyyaaf (Masihichaaf), diinota kee miila kee jala haga si oolichutti, mirga kiyyaan taa'i› jedheenii jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni Woyyichi akka Daawiti, ‹Waaqi Goottaa kiyyaan, diinota keeti miila keeti jalatti, haga Ani si'iif kewutti, midda kiyyatti tee'i› jedhu'uuf akeekeera.