Mark 12:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Daawwit ifiifuu, ‘Goottaa kiyya’ jedhee yoo isa waame, attamiin Mesiihiin ilma Daawwitii te'uu dande'a?” jedhee gaafate. Gumiin guddoon gammadaan isaa dhageette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini Aabbo nama kanaani jed'a; inni akami ilma isaa tahe re? Gumiini guddooni gammadaani isa d'ageete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Daawit eegii ufiiftuu ‘Aabboo’ jedhee isa yaamee; Yesus akkamiin ilma isaa ta'e ree?” jedhe. Gumiin yo sun guddoo gammachuun isa dhageette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti mataan isaatuu, ‹Gooftaa'a› jedhee yoo isa waame, attamiin ilma Daawitii ta'uu danda'a?» jedhee gaafate. Gumiin guddaan gammachu'uun isa dhagaya'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daawiti mataan isaatuu, ‹Gooftaa'a› jedhee yoo isa waame, attamiin ilma Daawitii ta'uu danda'a?» jedhee gaafate. Gumiin guddaan gammachu'uun isa dhagaya'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Daawit mataan isaatuu, ‹Gooftaa› jedhee eega waameen eegaa, Masihichi Daawiitiif attamitti ilma ta'a?» Ummanni baayi'een'llee gammachu'uun ni dhageeffataniin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti ifiifuu, ‹Goottaa kiyya› jedhee yoo isa waame, attamiin Mesiihiin ilma Daawitii te'uu dande'a?» jedhee gaafate. Gumiin guddoon gammadaan isaa dhageette.