Mark 12:38 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus adoo isaan barsiisuu, “Barsiisota Seera Muuse'ee, ka woyaa dheertuu uffatanee asii fi achi deemaa, addee dikko'ootitti akka nageya ulfinnaa isaan fuudhanu jaallatanu,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato worra barsiisu, Yesoni waan jed'eeni, Jara Seera beekhu eegad'a, ka woya d'ed'eertu naqate yau, ka fulla gabayati nagaya fuud'isa jaalatu ammalle ka
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo warra barsiisuu, Yesus, “Jara Seera beeku, ka wayaa dhedheertuu naqatee lafaan haraa yaa'u, ka fulaa gabayaatti akka namii gad jedheef nagaa isaan fuudhu jaalatu, ammallee ka,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus uduu isaan barsiisu akkana isaaniin jedhe, «Barsiisota Seera Muuse'ee, ka uffata dheeraa uffatanii asii fi achi deema'aa, gabayaa keessatti namoonni isaanii sagada'aa nagaya akka isaan gaafatan jaalatan, mana sagada Yihuudotaa keessatti teessoo ol aanu, lafa cidhaatittillee worra hulee ulfinnaa filatu irraa uf eeggadhaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus uduu isaan barsiisu akkana isaaniin jedhe, «Barsiisota Seera Muuse'ee, ka uffata dheeraa uffatanii asii fi achi deema'aa, gabayaa keessatti namoonni isaanii sagada'aa nagaya akka isaan gaafatan jaalatan, mana sagada Yihuudotaa keessatti teessoo olaanu, lafa cidhaatittillee hulee ulfinnaa worra filatu irraa uf eeggadhaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus yoo barsiisu akkana ni jedhe, «Uffata dhedheeraa uffatanii asii fi achi naanayuu, bakka gabaya'aa titti nagaya kabaja'aa fudhachu'uuf worra jaalatan, barsiisota seeraa irraa ufi eeggadhaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus adoo isaan barsiisuu, «Barsiisota Seera Muuse'ee, ka woyaa dheertuu uffatanee asii fi achi deemaa, addee dikko'ootitti akka nageya ulfinnaa isaan fuudhanu jaalatanu,