Mark 12:39 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Mana Waaqeffannaa Yihudootaa keessatti barcumaa duraa, lafa jilaatitti addee ulfinnaa, worra filatu irraa ifi eeggadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana Waaqa iti kad'atani keesati dura tatau jaalatu, ka jila keesati fulla dansa tatau fed'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
mana waldeennaa keesaatti fuula dura fulaa ulfinnaa tataa'uu jaalatu, ka jila keessatti fulaa dansaa tataa'u fedhu kana eegadhaa!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee bakka woligayii isaanii titti barcumaa ulfinnaa, bakka afeerri'iitti'llee bakka kabajaa ni filatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mana Waaqonfannaa Yihudootaa keessatti barcumaa duraa, lafa jilaatitti addee ulfinnaa, worra filatu irraa ifi eeggadha'a!