Mark 12:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abbaan muka woyini'ii ammalle hojjataa dhibii gara isaanii erge; qottee bultooti mataa isaa dachanee qaanessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle abbaani tisse d'ibi worrati erge. Isale mata d'oosani ch'eersani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee abbaan hojjataa dhibii warratti erge. Isallee mataa dhodhoosanii ceersan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan muka woyini'ii ammallee hojjataa biraa gara isaanii erge; isaan ammallee mataa isaa baqassanii salphisanii ari'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaan muka woyini'ii ammallee hojjataa biraa gara isaanii erge; isaan ammallee mataa isaa baqassanii salphisanii ari'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deebi'ee'llee abbaan qabeennaa tajaajilaa bira'aa ni erge, qonnaan bulttoonni tajaajilaa kana'llee dhaga'aan burussan, salphisaniinii, ni deebisaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan muka woyni'ii ammalle hojjataa dhibii gara isaanii erge; qonnaan bultooti mataa isaa dachaanee qaanessane.