Mark 12:43 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus barattoota ifii waamee, “Ani dhugumaan isinitti hima! Haati hiyyeessaa hiyyeettiin tun worra dhibii mara caalaa subba kennansaa keessa buutte jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni jara ufi yaame waan jed'eeni, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Niitiini hiyyeetiini tuni nama ch'ufa ira hori baafte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii jara ufii yaamee, “Dhuguma, isaniitti himaa, Niitiin hiyyeetiin tun nama cufa irra horii baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus darasoota ufii waamee, «Ani dhugamaan isinitti himaa! Haati hiyyeessaa takka worra biraa caalaa mi'a kennaa itti guuran keessa buufte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus darasoota ufii waamee, «Ani dhugamaan isinitti himaa! Haati hiyyeessaa takka worra biraa caalaa mi'a kennaa itti guuran keessa buufte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee barattoota isaa waamee akkana isaaniin ni jedheen, «Dhugamaan isiniin jedha, sanduuqa keessa qarshii namoota buusan mara irraa caalchifttee ka buufite, haadha hiyyeessaa hiyyeettii tana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus barattoota ifii waamee, «Ani dhugumaan isinitti hima! Haati hiyyeessaa hiyyeettiin tun worra dhibii mara caalaa subba kennansaa keessa buutte jedhe.