Mark 12:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Qottee bultooti sun ammoo, ‘Ka abbaa fichaa muka woyini'ii dhaalu isaa kana; kowa'a isa ijjeennaa, dhaalli nu'uuf te'a’ woliin jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo jari oobru hojatu kaani waan woliini jed'e, Kunini ka d'aalu, koota inijeemna, duuba d'aalti teenna taati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii oobruu weynii hojjatu kaan ammoo, ‘Kunin ka abbaa oobruu weynii dhaaluu, koottaa inijeemnaa, duuba dhaaltii teenna taatii’ waliin jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qonnaan bultoonni sun ammo, ‹Ka abbaa maasaa muka woyini'ii dhaalu kanaa; koottaa isa hin ajjeefnaa; dhaalli nuuf ta'aa› woliin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qonnaan bultoonni sun ammoo, ‹Ka abbaa maasaa muka woyini'ii dhaalu kanaa; kootaa isa hin ajjeefnaa, dhaalli nuuf ta'aa› woliin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu qotee bulttoonni ufii isaaniitii woliin, ‹kun ammoo dhaalaa isaati! Kootaa haa ajjeefinnuuiin! Qabiyyeen isaa'llee nu'uuf ni ta'a› woliin ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qonnaan bultooti sun ammoo, ‹Ka abbaa fichaa muka woyni'ii dhaalu isaa kana; kowa'a isa ijjeennaa, dhaalli nu'uuf hin te'a› woliin jedhane.