Mark 12:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isaan ilma abbaa fichaa muka woyini'ii qabanee ijjeesanee, fichaa woyini'ii keessaa alatti qolaansane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri isa fuud'e ijeese, oobru zabibu keesaa alati darbatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii isa qabee ijjeesee, reeffa isaa oobruu weynii keessaa baasee alaatti darbate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa qabanii ajjeesanii maasaa muka woyini'ii keessaa gad baasanii gatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa qabanii ajjeesanii, maasaa muka woyini'ii keessaa gad baasanii gatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf ilma isaa qabanii ni ajjeesaniin, bakka biqilttuu woyinni'iitiin alatti'llee ni gataniin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan ilma abbaa fichaa muka woyni'ii qabanee ijjeesanee, fichaa woyni'ii keessaa alatti qolaansane.