Mark 12:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Yoona abbaan fichaa muka woyini'ii maan godha ree? Inni hin dhufa; qottee bultoota san hin ijjeesa; fichaa muka woyini'ii san, worra dhibi'itti hin kennata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani oobru maani tolcha yoosi? Inni d'ufe, jara oobru hojatu balleese, oobru harka nama d'ibiti kenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan oobruu maan tolcha yoos? Innii dhufee, jara oobruu hojjatu balleessee, oobruu ammoo harka nama dhibiitti kennata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eegasuu abbaan maasaa woyini'ii maal isaan godhinna laata? dhufee qonnaan bultoota sanniin balleessa. Maasaa woyini'ii san worra biraatiif kenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Eegasuu abbaan maasaa woyini'ii maal isaan godhinna laata? dhufee qonnaan bultoota sanniin balleessa. Maasaa woyini'ii san worra biraatiif kenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa abbaan qabeenna biqilttuu woyinni'ii maal raawwata? Abbaan mataan isaatuu ni dhufa, qotee bulttoota'llee ni ajjeesa, biqilttuu woyinni'llee kaanniiniif ni kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yoona abbaan fichaa muka woyni'ii maan godha ree? Inni hin dhufa; qonnaan bultoota san hin ijjeesa; fichaa muka woyni'ii san, worra dhibi'itti hin kennata.