Mark 13:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo muummeen dhufiisaan dura, Oduun Gammadaa kolbaa maraaf lallabamuu qaddi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Odu Dansa qara gosa ch'ufaati odeesu malani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qaraa fiixee oduu Dansaa gosa cufaatti odeessuu malan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo, Dubbiin Nagayaa duraan dursee banii maraaf hin lallabama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, Oduun Nagayaa duraan dursee banii maraaf hin lallabama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun marrinuu ta'uun duranatti garuu, wongeelli biyya lafaa mara wolgayuun ni qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo muummeen dhufiisaan dura, Oduun Gammadaa kolbaa maraaf lallabamuu qaddi.