Mark 13:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Isin, ‘Farra badi'ii’ addee dhaabbatu'uu hin malle dhaabbatuun hin dhaggittan; kana ka dubbisu hubatuu ti. Worri Yihudaa keessa jiru gara gaarotaa baqatuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojja waan jibbani ta nama rifachiisa, ta fulla tau himmalini teetu argitani (nami soomu ha hubatu), nami Yudea keesa jiru ha gaareeniti baqatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Ammoo yo waan jibban ta nama rifachiisaa, ta fulaa taa'uu himmalin teettu argitanii, namii dubbisu ha hubatuu! Warrii Yihudaa keessa jiru ha gaareenitti baqatuu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo akkuma raaga Daani'eeliitiin dubbatame, «Farri battumma'aa hulee dhaabatuun isi'iif hin malle dhaabattee yoo argitan ka kana dubbise haa hubatuu. Hennaa san worri Yihuudaa jiran gara gaaraa haa dheessanii
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo akkuma raaga Daani'eeliitiin dubbatame, «Farri battumma'aa hulee dhaabatuun isi'iif hin malle dhaabattee yoo argitan, ka kana dubbise haa hubatuu. Hennaa san worri Yihuudaa jiran gara gaaraa haa dheessanii
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Akkuma kana bakka itti argamuu hin qabnnetti waan batteessaa fi jibbisiisu ni argitan, kana'llee dubbifataan haa hubatu, yeroo sanitti worri Yihudaa jiran, gara gaarrotaa haa dheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin, ‹Farra badi'ii› addee dhaabbatu'uu hin malle dhaabbatuun hin dhaggittan; kana ka dubbisu hubatuu ti. Worri Yihudaa keessa jiru gara gaarotaa baqatuu ti.